Aadaa Hirma Adiifi Gaarayyuu Qeerroofi Qarree Oromoo Walloo biratti

Ijoollee Kuush  bal’inaan kaaba Itoophiyaa jiraatan keessa Raayyaan, Agawu, Qimaantiifi Oromoon Walloo isaan muraasa  yoo ta’an,  hagam dhiibbaa sirna nafxanyaa jalatti hiraarfamanis eenyummaasaanii ganamaa, aadaa, duudhaafi afaansaanii dhaloota har’aan gahataniiru. Saboonni kunniin... Read more »

Duudhaalee ji’a Ramadaanaa

Haalli waggoota lamaan darbanitti addunyaa mudate dhimmoota hedduu irratti miidhaa ykn dhiibbaa garagaraa uumuunsaa waan hinoolle. Bara darbe yeroo kana dhibeen tasa addunyaa mudate biyya keenyatti tarkaanfachuudhaan yeroo babal’achuu eegalutti aadaan waliin... Read more »

Ayyaana Faasikaafi duudhaa Oromoo

Ayyaanni guyyaa gammachuu, kabajaa, galataa, yaadannoo guyyaa yeroo kaanirra  adda ta’een dabarsinuudha. Guyyaan ayyaanaa guyyaa gammachuu, guyyaa kabajaa, guyyaa boqonnaa, guyyaa yaadannootisi. Ayyaanotni hojii hafuuraatiin, soomaan, sagadaan kabajamanis jiru. Ayyaanni Du’aa Ka’uu... Read more »

Doktar Hayilee Fidaa: Hayyuu quuqamni eenyummaa isa fannisiise biyyaa tiksee:

Bayyanaa Ibraahimiin Namni aadaafi eenyummaasaatti hinboonne, kan nama biraa kabajuufis ta’ee kunuunsuuf fedhii hinqabaatu. Namni abbaasaatti hinboonne immoo abbeeraasaatti boonuu hindanda’u. akkasumas namni sabasaafi eenyummaasaatti hinboonne biyyasaatti boonuun waan hin yaadamneedha. Biyya... Read more »

Gahee dubartoonni Sirna Gadaa keessatti qaban

Natsaannat Taaddasaatiin Kitaabni Qorannoo ‘Sirna Gadaafi Mirgoota Dubartootaa’ jedhu Yunivarsitii Mattuutti Gargaaraa Pirofeesara Seeraafi Yunivarsitii Finfinneetti Wiirtuu Mirgoota Namoomaatiin digirii sadaffaa barachaa kan jiran Muluqan Kaasaahuuniin barreeffame Wiixata darbe Finfinneetti eebbifameera. Hayyoonni... Read more »

Eebba maanguddoota Oromoo

Natsaannat Taddasaatiin Oromoon sagantaa kamiyyuu eebbaan jalqaba. Eebbi kun Abbootii Gadaatiin ykn jaarsolii biyyaatiin adeemsifama. Eebbi  armaan gadii kun kan naannawaa Lixa Oromiyaatti eebifamuudha. Uumaafi uumamni  Waaqaa lafti, sa’aa namni Xinnaa guddaan,... Read more »

Gombisa fardaafi dandeettii shamarran Agawu

Waasihun Takileetiin Itoophiyaan haadha sabaafi sablammoota 83 ol yoo taatu harki caalaa ilmaanshee hidda latiins dame Kuush waan qabaniif ‘Dachee Kuush’ jedhamuun akka waamamaa turte ragaaleen seenaa tokko tokko ni ibsu. Beekamtii... Read more »

“Sirna Gadaa ammayyeessinee addunyaan akka irraa baratu gochuun dhimma murteessaadha”-Geetaachoo Taaddasaa (Ogeessa Seeraa)

Natsaannat Taaddasaatiin Sirni Gadaa bu’uura sirna dimokiraasii ammayyaa, duudhaa ittiin bulmaata Oromoo akkasumas bu’uura seenaafi eenyummaa ummata Oromooti. Akkasumas, calaqqee qaroominaafi agarsiistuu cimina xiinsammuu ummata Oromoofi mallattoo nageenyaati. Gadaan qabeenya Oromoo qofa ... Read more »

Galma aadaa bakka aadaatti

Saamraawiit Girmaatiin Magaalaan Bishooftuu magaalaa miidhagduu hawwata turistii taatedha. Hunda caalaammoo waltajjii Oromoon biyya keessaafi alaa waggaatti si’a tokko itti walargudha. Irrecha Hora Arsadee kabajuuf Oromoon kallattii garagaraarraa waggaa guutuu qophaa’aa ture... Read more »

Daandii Ida’amuu: Kitaaba karaa araaramuufi badhaadhinaa eeru

Charinnat Hundeessaatiin  Namoonni hedduun waggoota sadan darbanitti kitaaba lama guutummaatti dubbisanii akka hinxumurre tilmaamuun nama hindhibu. Kanaafis sababiin ‘hojiitu natti baay’ate’ kan jedhu ta’uu mala. Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad garuu waggoota... Read more »