Waaliyaan har’a badhaafama

Hawaasaa: Waggoota saddeetti booddee gara waancaa kubbaa miilaa Afrikaatti kan darbe garee kubbaa miilaa biyyaalessaa (Waaliyaaf) Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa qarshii miiliyoon jaha har’a sagantaa Hawaasaatti qophaa’ee badhaasa.

Badhaasichi kan wayita shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa Betiingi Magaalaa Hawaasaatti xumuramutti.

Kana malees federeeshinoota naannoleefi magaalota  kanneen tuuta kubbaa miilaa dargaggoota umrii 17 irratti hojjetaniif qarshii miiliyoona sadii tokkon tokkoosaaniif qarshii kuma 300 gargaarsa godheera.

Gaazexaa Bariisaa Caamsaa 7/2013

Recommended For You