Kilabiin ‘Baayer Muunik’ Itoophiyaatti Giddugala Kubbaa Miilaa banuufi

Finfinnee: Kilabni kubbaa miilaa beekamaa Jarman ‘Baayer Muunik’ Giddugala leenjii kubbaa miilaa dargaggoota guddatootaa umrii 17 gadi Itoophiyaatti banuf dheengadda Federeeshinii kubbaa miilaa Itoophiyaa wajjiin waliigaltee mallatteesseera. Giddugalli leenjii kubbaa miilaa kun... Read more »

Shaampiyoonaa Atileetiksii Dargaggoota Afrikaafi Atileetoota Itoophiyaa

Finfinnee: Shaampiyoonaan Atileetiksii Dargaggoota Afrikaa umrii 20 gadii akka qophaa’u Konfedereeshiniin Atileetiksii Afrikaa (‘’CAA’’)n  bu’uura kan kaa’e ALA bara 1994 ture. Dorgommiinis waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensoota konfedereeshinichaatti akka qophaa’u waan... Read more »

Fayyisaa Leellisaa beekamtii kennamefitti gammade

Finfinnee: Fiigicha Maaraatoonii Olompikii Riyoo ALA bara 2016 adeemsifametti lammaffaa ba’uun Itoophiyaaf  meedaaliyaa meetii kan argamsiise Atileet Fayyisaa Leellisaa beekamtiinsaa  turee  kennamuufis itti gammadusaa ibseera. Atileet Fayyisaa shaampiyoonaa Riyoorratti dorgommiisaa wayita xumuru... Read more »

Dhaabbata Siinqee Oromoo: Dhaaba ititaa Oromummaarratti hundaa’e

Siinqeen ulee qal’oo, sorooroo muka harooressaarraa muranii tolchan, dubartiin heerumte qabattuun ibsama. Mukti harooressaa qaqal’aafi sorooroo wanta qabuufi kan laayyootti hincabne, waan ta’eef filatama. Siinqeen hojjaa (dheerina) dubartii qabattu akka gitutti muru.... Read more »

Pirojektota misoomaa Naqamteetti qarshii miliyoona 350n ijaaraman

Magaalaan Naqamtee godinaalee Qellam Wallaggaa, Wallagga Lixaafi Horroo Guduruu Wallaggaaf wiirtuudha. Magaalaan kun Finfinneerraa kiiloo meetira 325 fagaattee kan argamtu yoo taatu, sirnoota darbanirraa kaasee hanga yeroo dhiyootti misooma hawaas-dinagdeerraa sirnaan fayyadamaa... Read more »

“Oromoofi Gumuz waljibba hinqaban”-Aadde Dirribee Lammaa

Sabni Oromoofi Beenishaangul Gumuz saboota malkaa tokko daakan, sabootaa gaddaafi gammachuu waliin hirmaatan, hawaasummaan walmakan, saba walfuudhanii ilmaan walirraa horatan jaarraa hedduu obbolummaan dabarsaniifi wajjummaan guddataniidha. Dhalattoonni naannolee lamaanii kunneen aadaan, duudhaan... Read more »

Maqaafoo Burqaa (Asoosama Gabaabaa)

Maqaafoo Burqaan jedhama. Atihoo? Yoo ati natti himuu dhiftes maqaakee beeka. Ani afaanota hundaa nan dhagaha. Bishaan, simbira lafaafi kanneen biroo wajjin afaanumasaaniitiinin walii galuu nan danda’a. Si sobaa hinjiru. ‘Tolee!’ akka... Read more »

Ciniinsuun guyyoota 15 Oromoo Asoosaa keessaa nagaan dahame

Guyyaa saafaa biiftuun lixxee hinbeektu. Guyyoota 15f garuu lukkuun guyyaayyuu iyyuueegaluusaatiin daa’imni dirree burraaqu yeroon sassaabame, saawwan horaaf malkaatti yaatu of duuba deebitee gaadiif taate, kan qoonqoon wajagsee manaa baate miila Bakar... Read more »

ABOn Qaama Cee’umsaafi ABOn Tokkoome walitti makaman

Finfinnee: ABO Qaama Cee’umsaa Obbo Galaasaa Dilboofi ABO Tokkoome Obbo Abbaanagaa Jaarraatiin hogganamu Ebla 9 bara 2011 irraa eegalee walitti makamuusaanii iftoomsan. Sirna walitti makamuu Hoteela Giyoonitti adeemsifamerratti  hayyu dureewwan jaarmiyaalee lamaanii... Read more »

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama ministirootaa raggasise

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’iisaa idilee kaleessa ademsiseen muudama ministiroota sadii dhihaatan irratti mari’achuun raggaaseera. Haaluma kanaan Obbo Lammaa Magarsaa Ministira Ministeera Ittisa Biyyaa, Obbo Gadduu Andaargaachoo Ministira Ministeera Dhimma... Read more »