Fiigicha Guddicha Itoophiyaa Guuttannee Shaanqoofaa fuulduratti baase

Finfinnee: Fiigichi Guddichi Dubartootaa, erga Itoophiyaatti waggaa waggaan Finfinneetti adeemsifamuu jalqabee oolee buleera. Fiigicha kanarratti dubartoonni Itoophiyaafi lammiileen biyyoota biroo waan irratti hirmaataniif yeroodhaa gara yerootti ummataafi hirmaattota biratti jaalatamaa dhufeera. Dubartoonnis... Read more »

 Xomboorri Olompikii Oromiyaarraa gara Amaaraatti qajeele

Finfinnee: Oggaa Seenaa Olompikii kaafnu jalqabaaf Peeyeer D.Kubartii yaadanna. D.Kubartiin lammii biyya Faransaay yoo ta’u, taphni olompikii addunyaa maratti baldhinaan akka adeemsifamu yeroo baay’ee hawwaa tureera. Hawwiinsaa kan dhugoome ALA bara 1896... Read more »

 “Bakki qorannoo arki’olojii ‘Awaash Malkaa Qunxurree’ dhiyeenyatti ‘UNESCO’tti galmaa’a” – Obbo Fakkasaa Gammachuu

Godinni Shawaa Kibba Lixaa godinaalee Oromiyaa 21n keessaa tokko yoo ta’u, iddoowwan hawwata turistii uumamaafi namtolchee hedduu qabaachuun beekama. Walisoon magaalaa guddoo godinichaa yoo taatu, Finfinneerraa kiiloo meetira 114 fagaattee argamti. Ittigaafatamaan... Read more »

 Assallafach Tsaggaayee: Haadha al 100 ol boondii hidha Abbayyaa bitanii hidhichi kansaanii ta’uu mirkaneessan

Ijaarsa hidha Laga Abbayyaatiif dhagaan bu’uuraa kan kaa’ame waggaa 13 har’aa Bitootessa 24 bara 2003 yoo ta’u, milkaa’ina ijaarsichaatiif isa homaa hinqabnerraa kaasee hanga abbaa qabeenyaa olaanaatti alaa, keessaa gumaachamaa tureera, gumaachamaas... Read more »

Duudhaaleefi sirnoota walharkaa fuudhiinsa baallii Gadaa Gujii

Oromoon ummata afaan tokko dubbatu, aadaa walfakkaataa qabu, daangaa tokko keessa waliin jiraatu, gaariifi hamaa waliin dabarsu, jireenyisaa kan hawaasummaa, dinagdeefi siyaasaas walitti hidhaminsa kan qabuudha. Ummatni kun dhimmoota adda addaarratti ilaalchafi... Read more »

Laggasaa Taaddasaa: Dargaggoo lafa xiqqaa qotuun milkii guddaa argatee gara invastarummaatti ce’aa jiru

Itoophiyaan bara 2014/2015 sadarkaa biyyaatti lafa hektaara miliyoona 1.3 jal’isiidhaan misoomsuun qamadii kuntaala miliyoona 50 ol omishuu dandeesse. Baruma bajataa walfakkaataa keessattis omisha gannaatiin oomisha qamadii kuntaala miliyoona 100 ol walittiqabuuf kan... Read more »

Isin garuu warra du’a labsu osoo hintaane, warra nagaa labsu ta’aa

“Lapheen dhala namaa takkaan mana qulqullummaa Waaqayyoo yookaanimmoo iddoo bultii seexanaati” jedhe Onesmos Nasiib. Dhugaadha, mana qulqullummaa Waaqayyoo taanaan hojii hafuuraa eebbifamaa kan abboommiiwwan kurnaniin guutame milkeessuuf, kanamalees jannata biyya Waaqaa akka... Read more »

“Jijjiiramaa as Godina Daawurootti hojiileen misoomaa fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hedduun raawwatamaa jiru” -Obbo Daawwit Gabayyoo (Bulchaa godinichaa)

Godinni Daawuroo godinaalee Naannoo Ummattoota Itoophiyaa Kibba Lixaa keessaa tokko yoo ta’u, jijjiiramaa as hojiileen misoomaa godinichatti adeemsifamaa jiran fayyadamumnaa hawaasaa mirkaneessafi gaaffiilee misoomaa barootaaf turan hedduu deebisaa jiru. Godinichi iddoowwan hawwata... Read more »

 Sagantaa ashaaraa magariisaaf naannoleen qophii taasisaa jiru

Finfinnee: Naannoleen sagantaa ashaaraa magariisaa bara 2016n biqiltuu biliyoonaan dhaabuuf qophii taasisaa jiraachuu ibsan. Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, misooma ashaaraa magariisaa baranaatti... Read more »

 Lafa qonnaa Oromiyaa keessaa %43 asiidummaa biyyeetiin miidhameera

Finfinnee: Lafa qonnaa Oromiyaan qabdu keessaa %43 asiidummaa biyyeen kan hubame ta’uu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Geetuu Gammachuu sagantaa daawwanaa Warshaa Nooraa Gudar torbee darbe taasifamerratti akka jedhanitti, sababa... Read more »